suomeksiin English

Hojii

TapiojamiesHelenaa fi Tapioon Haggayyaa bara 1996 (August 2004) gara Itoophiyaatti deebi'an. Isaan Haggayyaa 1996 hamma Waxabajjiitti 1997 Finfinnee keessa mana barumsaa afaan Oromoo fi Amaaraaitti barataniitti afaan oromoo baratu. Kana booddee isaan synodosii lixaa manaa sagadaa Mekane Yesus (E.E.C.M.Y.) hojjetu. Iddoon hojii isaanii Aayira ta'a. Aayirri magalaa guddoo Finfinnee irraa kilometrii 520 gara lixaatti argama.

Isaan dargagootaa fi warra dhi'ootti wal fuudhanii wajjin hojjechuu barbaadu. Isaan waa'ee fuudhaa fi heeruma akkasumas jireenya maatii barsiisuu barbaadu.

Lastenhoitaja